Waan sirnaatiif wal-haa barruu!

Maatiin keenya yeroo nu eebbisan, waan gaariif isin haa gayu nuun jedhu. Sirnaaf wal barruun ni barbaachisaa. Mucaa biyya kee waliin haala salphaan walqunnamtii sirnaa uumuun walbaruuf yaaltee jirtaa?

The 100% private dating app for Ethiopian and Eritrean singles looking for serious relationships.

How does it work?

Mosaajii sirnaaf walbaruu jedhu irratti yeroo eenyumeessa addaa kee bantu guyyaatti sa’aatii 7:00 (1pm) irratti akka filannoo keeti, akkaataa amantaa, umurii, naannoo jireenya fi kkf bu’uura gochuun namoota hin fuudhin lama umree kee gitan waliin si barsiisa. Urjiin keessan yoo wal-sime tole; walii Barreessaa. Yoo hin taane immoo boris guyyaa biraatti.

Every day at 1pm, you will receive 2 quality matches selected just for you by our AI-powered algorithm. Chat away, or wait for new matches tomorrow!

Aadaa fi duudhaa keenya bu’uura gochuun nurraa ofii keenyaaf kan hojjetame.

100% privacy

Danaa(maalummaa) nama tokkoo ilaaluuf namootni danda’an namoota sirnaan walbaranii fi firooman qofa dha. Danaan kun namoota birootiif hin mul’atu. Kanafuu icciitiin dhunfaa isaanii %100 ni eegama. Soda malees itti fayyadamu ni danda’u.

Duudhaa kabajaa

Dudhaa keenya kabajuun aadaa keenya. Our ethical guidelines are strictly enforced and members are encouraged to report any naamusa kan hin qabne member or behavior.

For real

Yeroon warqee dha. We built Kum Neger for serious relationships. We are here to start real and beautiful connections between habesha people.

Download Kum Neger

The habesha dating app for Ethiopian and Eritrean singles looking for serious relationships.